Kansarii kalee

RCC Campbell Notes - Afan Oromo

🧠 Kaansarii Kalee (RCC)

  • Kansarii hamaa seelota ujummoo kalee (renal tubular epithelium) irraa maddun dha.
  • Gosa kaansarii kalee ga'eessota keessatti mul'atu keessaa 90–95% qabata.
  • Umrii: Baay'inaan waggaa 60–70 gidduutti mul'ata.
  • Saala: Dhiira irratti dubartoota caalaa baay'ata (2:1).
  • Ilaalcha: Sababa qorannoo fakkii (imaging) babal'ateen, osoo hin yaadamin argamuun isaa dabalaa jira.
  • Sigaaraa aarsuu: Sababa hunda caalaa jijjiiramuu danda'u dha.
  • Furdaan garmalee (Obesity)
  • Dhibee dhiibbaa dhiigaa (Hypertension)
  • Dhibee kalee sugaa (CKD): Keessattuu warra dhiqiinsa kalee (dialysis) godhatan.
  • Genetic syndromes: Von Hippel-Lindau (VHL), Hereditary papillary RCC.
  1. Clear Cell RCC (70–80%): Madda: Proximal tubule. Bifa keelloo qaba.
  2. Papillary RCC (10–15%): Iddoo garaa garaatti fi kalee lamaan irratti mul'ata.
  3. Chromophobe RCC (5%): Madda: Intercalated cells. Carraa fayyuu gaarii qaba.
Classic Triad:
  • Dhiigni fincaan keessatti argamuu (Hematuria)
  • Dhukkubbii cinaachaa (Flank pain)
  • Itaa harkaan namatti dhaga'amu (Palpable mass)
Diagnosis:
  • CT Scan (Contrast-enhanced) = Gold Standard
  • MRI: Yoo hiddni dhiigaa (IVC) qabame.
  • Localized: Partial nephrectomy (filatamaa) ykn Radical nephrectomy.
  • Advanced: Targeted therapy (VEGF inhibitors) fi Immunotherapy.
  • Hubachiisa Kaansariin kun Chemotherapy fi Radiotherapy dhaan hin fayyu.
Profile Pic
Dr Zuber

Dr. Zuber Beyan (MD, General Surgeon) Dr. Zuber Beyan is a dedicated General Surgeon serving rural communities in West Hararghe,.

Related Blogs
Three Years Post Injury: Persistence and.

Lorem Ipsum is simply dummy text of the printing and typesetting industry. Lorem Ipsum has been the industry’s standard dummy.

Read More
Yaadannoo safartuu dhibbaa dhiigaa

Yaaddannoo Safartuu Dhiibbaa Dhiigaa Yaaddannoo Safartuu Dhiibbaa Dhiigaa (Blood Pressure Measurement Checklist) Dhiibbaa dhiigaa namoota gurguddoo umriin isaanii ganna 18.

Read More

Good Comment